Attachment G7. Women’s Health Needs Study Eligibility Screener (Oromo translations)
| Section | Question | English Question Text | English Response Options | Oromo Question Text | Oromo Response Options | 
| Screener | Intro | 
			Screener Start
			Time | 
			 | Sa’aatii Sakatta’aan Itti Jalqabu Sa’aatii Daqiiqaa | 
			 | 
| Screener | Intro | SECTION A: SCREENER | 
			 | KUTAA A: SAKATTA’AA | 
			 | 
| Screener | Intro | The following questions will ask you general information about the languages you speak, where you were born, and your age. Please answer these questions to tell if you are a good fit for this study. | 
			 | Gaaffiilee ittii aanuu kan isiin gaafatu odeeffannoo waliigala waa’ee afaanoota isiin duubbattan, eessatti akka dhalattanii fi umrii keessan. Qorannoo kanaaf akka gaaritti gahoo ta’uu keessan himuuf maaloo gaaffiiwwan kana deebisa. | 
			 | 
| Screener | 1 | Have you previously participated in the Women’s Health Needs Study (WHNS)? | 
			Yes [END
			SURVEY] | Kanan dura Qorannoo Fadhii Fayyaa Dubartootaa (QFFD) irratti hirmaattanii ni beektanii? 
 | 
			Eeyyen [QORANNOO
			XUMURII] 
 | 
| Screener | 2 | Which of the following languages do you speak? [SELECT ALL THAT APPLY] | 
			Amharic Oromo | Afaanoota armaan gadi keessa kam dubbattan? [KAN ILAALLATU HUNDA FILI] 
 | 
			Amaariffaa Oromoo | 
| Screener | 3 | Which language would you prefer to use for this interview? [INTERVIEWER NOTE: IF YOU DO NOT SPEAK THE LANGUAGE PREFERRED, MAKE NOTE AND END INTERVIEW]. | 
			 | Afaan kam aff-gaaffii kanaaf fayyadamuu filattan? [YAADANNOO GAAFATAA: YOO AFAAN FILATAMAN HIN DUBBANNEE, YAADANNOO QABDHUUTII AFF-GAAFFII XUMURI]. | 
			 | 
| Screener | 4 | In which country were you born? | 
			Don't
			Know | Biyya tam keessatti dhalattan? | 
			Hin
			beekuu | 
| Screener | 5 | In which country was your mother born? | 
			Don't
			Know | Harmeen teessan biyya tam keessatti dhalatan? | 
			Hin
			beekuu 
 | 
| Screener | 6 | How old are you? | 
			Under 18 years
			[END SURVEY] | Umrii teessan meeqa? 
 | 
			Waggaa 18 gadi
			[QORANNOO XUMURII] | 
| Screener | N/A | 
			ELIGIBILITY
			CHECK LIST | 
			 | 
			TARREEFFAMA
			GAHUUMSA MIRKANEESSU | 
			 | 
| Screener | N/A | 
			Screener End
			Time | 
			 | 
			Sa’aatii
			Xumuriins Sakatta’aa | 
			 | 
| File Type | application/vnd.openxmlformats-officedocument.wordprocessingml.document | 
| Author | Snead, Margaret C. (CDC/ONDIEH/NCCDPHP) | 
| File Modified | 0000-00-00 | 
| File Created | 2021-01-13 |